Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale

Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera. Waltajjiin kun kallattii koreen hojii raawwachiiftuu fi Koree giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa kaa’e bu’ureffachuun gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti kan argaman, Miseensi Koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa fi Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalee yaadamni Paartii Badhaadhinaa Ityoophiyaa hundaaf taatu ijaaruufContinue reading “Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale”

Design a site like this with WordPress.com
Get started