Category Archives: Uncategorized
ማምሻችንን በከንቲባ ጽህፈት ቤት ከሙስሊም የእምነት አባቶችና የእምነቱ ተከታይ እህት ወንድሞቻችን ጋር ዉብ የሆነ የኢፍጠር ፕሮግራም አካሂደናል።ረመዳን ከሪም !! Galgala kana sagantaa Ifxaraa bareedaa ta’e biiroo kantiibaatti abbootii amantaa fi obboloota hordoftoota amantichaa waliin adeemsifneerra. Ramadan Karim! ከንቲባ አዳነች አቤቤ
አዲስ አበባ የአብሮነት እና የብዝሀነት መገለጫ ናት!!
Kitaabni ‘Dhaloota Ida’amuu’ har’a eebbifameera. Hayyoota kitaabicha irratti ilaalchasaanii dhiyeessan nan galateeffadha. Eebbicha irratti dargaggoonni 500 ol akka argaman gochuun keenya qaama hojii dhaloota ida’amuu ijaaruuf jalqabneeti. Dubbisaa; irratti marii’dhaa; qeeqaa. Today the book ‘Generation Medemer’ has been launched. I am grateful to the presenters that provided their comments on the book. Having more thanContinue reading