“ሕብረ-ብሔራዊ ወንድማማችነትን እና አንድነትን እንዲሁም የወል እውነቶችን እያፀናን የከተማችንን ሰላም በማስጠበቅ የከተማውን ነዋሪ ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ የመፍጠንና መፍጠርን አሰራርን ተከትለን የመረጠንን ሕዝብ በታማኝነትና በትጋት እናገለግላለን፡፡”
ከንቲባ አዳነች አቤቤ

“ሕብረ-ብሔራዊ ወንድማማችነትን እና አንድነትን እንዲሁም የወል እውነቶችን እያፀናን የከተማችንን ሰላም በማስጠበቅ የከተማውን ነዋሪ ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ የመፍጠንና መፍጠርን አሰራርን ተከትለን የመረጠንን ሕዝብ በታማኝነትና በትጋት እናገለግላለን፡፡”
ከንቲባ አዳነች አቤቤ

#PMOEthiopia




Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale
Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjiin kun kallattii koreen hojii raawwachiiftuu fi Koree giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa kaa’e bu’ureffachuun gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti kan argaman, Miseensi Koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa fi Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalee yaadamni Paartii Badhaadhinaa Ityoophiyaa hundaaf taatu ijaaruuf meeshaa guddaadha jedhan.
Kana milkeessuufis hooggansi qarqara dhaabachuurra, ilaalcha qulqulluun ijaaramee hojjechuu qaba jedhan.
Haala addunyaan keessa jirtuu fi rakkoo qabatamaa biyyattii furuuf, yaada kalaqaa haaraa fi ariitiin hojjechuun dirqama hooggansa sadarkaan jiruu ta’uu Dooktar Yiliqaal.
Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa gama isaaniitiin hooggansi sadarkaan jiru ariitii imalichi barbaadu goonfatee hojjachuu qaba, kanaafis leenjiin qophaa’ummaa isaa dachaan guddisuu qaba jedhaniiru.
Waltajjiichi dirree hooggansi itti ilaalcha qulqulluun ijaaramuu ta’uu kaasanii, biyya obbolummaan dhugaa keessaatti mirkanaa’u ijaaruuf gumaacha ol’aanaa qaba jedhaniiru.





ከንቲባ ወ/ሮ አዳነች አቤቤ ከመምህራን ጋር ባደረጉት ውይይት ሚዲያን በተመለከተ የሰጡትን ምላሽ ፦
የገበታ ለሀገር ሐላላ ኬላ ሪዞርት
Maaddiin Biyyaaf, Riizoortii Halaalaa Keellaa