id MubaarakObboleeyyan Musiliimaa baga Ayyaana Iid Alfaxiriin isin gahe! Ayyaanni kan nagaa, gammachuu fi jaalalaa isiniif haa ta’u!