ማምሻችንን በከንቲባ ጽህፈት ቤት ከሙስሊም የእምነት አባቶችና የእምነቱ ተከታይ እህት ወንድሞቻችን ጋር ዉብ የሆነ የኢፍጠር ፕሮግራም አካሂደናል።ረመዳን ከሪም !!

Galgala kana sagantaa Ifxaraa bareedaa ta’e biiroo kantiibaatti abbootii amantaa fi obboloota hordoftoota amantichaa waliin adeemsifneerra. Ramadan Karim!

ከንቲባ አዳነች አቤቤ

Kitaabni ‘Dhaloota Ida’amuu’ har’a eebbifameera. Hayyoota kitaabicha irratti ilaalchasaanii dhiyeessan nan galateeffadha. Eebbicha irratti dargaggoonni 500 ol akka argaman gochuun keenya qaama hojii dhaloota ida’amuu ijaaruuf jalqabneeti. Dubbisaa; irratti marii’dhaa; qeeqaa.

Today the book ‘Generation Medemer’ has been launched. I am grateful to the presenters that provided their comments on the book. Having more than 500 young people attend the launch program is part of our work to build ‘Generation Medemer’. Read it. Discuss it. Critique it.

Design a site like this with WordPress.com
Get started